Bara ammaa yeroo appilikeeshinoonni jaalalleewwan haaraa walbarsiisan heddummatan kanatti, namni si'a tokkoon hariiroo jaalalaa nama tokko faana qabaachuunsaa tarii kuni waan uumamaan ta'edhaa laata ...
Hanqina boba'aa sababa waraana Baha Jiddu-galeessaan uumame damdamachuuf mootummaan murtoowwan garaagaraa dabarseera. Ministirri daldalaa fi walitti hidhamiinsa qaxanaa Kaasahun Gofee rakkoo kanaan ...
Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu ...
Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee ...